Lakkoofsa 6:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Akkana jedhii Israaʼelotatti dubbadhu: ‘Dhiirri tokko yookiin dubartiin takka Yihowaadhaaf Naazrota*+ taʼanii jiraachuuf wareega adda taʼe yoo wareegan, Abbootii Murtii 13:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kunoo, ati ni ulfoofta, ilmas ni deessa; mucichi yeroo itti dhalatuu jalqabee* Waaqayyoof Naazricha waan taʼuuf, haadduun mataa isaa tuquu hin qabu;+ inni harka Filisxeemotaa jalaa Israaʼeliin oolchuu irratti dursa ni fudhata.”+
2 “Akkana jedhii Israaʼelotatti dubbadhu: ‘Dhiirri tokko yookiin dubartiin takka Yihowaadhaaf Naazrota*+ taʼanii jiraachuuf wareega adda taʼe yoo wareegan,
5 Kunoo, ati ni ulfoofta, ilmas ni deessa; mucichi yeroo itti dhalatuu jalqabee* Waaqayyoof Naazricha waan taʼuuf, haadduun mataa isaa tuquu hin qabu;+ inni harka Filisxeemotaa jalaa Israaʼeliin oolchuu irratti dursa ni fudhata.”+