LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 6:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Sana booda Waaqayyo Nohiin akkana jedhe: “Sababii isaaniitiin lafti jeequmsaan waan guutamteef, ani foon kan taʼe hundumaa balleessuuf murteesseera; kanaafuu, ani lafaa wajjin isaan nan balleessa.+

  • Uumama 18:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yeroo kanatti Yihowaan akkana jedhe: “Ani wantan gochuuf jedhu Abrahaamiin nan dhoksaa?+

  • Faarfannaa 25:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Warri isa sodaatan Yihowaa wajjin michummaa cimaa qabu,+

      Innis kakuu isaa isaan beeksisa.+

  • Isaayyaas 42:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Kunoo, wantoonni jalqabaa raawwatamaniiru;

      Amma wantoota haaraa nan labsa.

      Isaan dhufuu isaanii dura, waaʼee isaanii nan dubbadha.”+

  • Daaniʼel 9:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Innis akkana jechuudhaan na hubachiise:

      “Yaa Daaniʼel, ani amma kanan dhufe dubbii raajii of keessatti qabate sana akka qalbeeffattuu fi akka hubattu si gargaaruufi.

  • Mulʼata 1:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 1 Wanta dhiheenyatti taʼuu qabu garboota isaatti+ argisiisuuf mulʼata Waaqayyo Yesuus Kiristoositti kennee+ fi karaa isaa mulʼise. Yesuus immoo maleekaa isaa ergee karaa isaa mallattoowwaniin garbicha isaa Yohaannisitti+ mulʼise;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi