Hoseʼaa 4:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yaa saba Israaʼel, dubbii Yihowaa dhagaʼaa,Yihowaan jiraattota biyyattii wajjin falmii seeraa qaba;+Sababiin isaas, biyyattii keessa dhugaan yookiin jaalalli amanamaan yookiin beekumsi Waaqayyoo hin jiru.+ 2 Kakaan sobaa, sobnii+ fi ajjeechaan,+Hannii fi ejji+ babalʼateera,Namoonni yeroo hundumaa dhiiga warra kaanii ni dhangalaasu.+ Miikiyaas 2:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Isaan maasii ni hawwu, ni qabatus;+Mana ni hawwu, isas ni fudhatu;Nama gowwoomsanii mana isaa ni fudhatu,+Dhaala isaas jalaa ni fudhatu.
4 Yaa saba Israaʼel, dubbii Yihowaa dhagaʼaa,Yihowaan jiraattota biyyattii wajjin falmii seeraa qaba;+Sababiin isaas, biyyattii keessa dhugaan yookiin jaalalli amanamaan yookiin beekumsi Waaqayyoo hin jiru.+ 2 Kakaan sobaa, sobnii+ fi ajjeechaan,+Hannii fi ejji+ babalʼateera,Namoonni yeroo hundumaa dhiiga warra kaanii ni dhangalaasu.+
2 Isaan maasii ni hawwu, ni qabatus;+Mana ni hawwu, isas ni fudhatu;Nama gowwoomsanii mana isaa ni fudhatu,+Dhaala isaas jalaa ni fudhatu.