-
Keessa Deebii 28:40Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
40 Naannoo kee hundumaatti muka ejersaa ni qabaatta, garuu firiin isaa waan irraa harcaʼuuf, zayitii dibattu hin argattu.
-
-
Keessa Deebii 28:42Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
42 Ilbiisonni hedduun* mukeetii fi firii lafa keetii hundumaa ni weeraru.
-