LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 9:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 kunoo, harki Yihowaa+ horiiwwan kee warra dirree keessa jiran irratti ni dhufa. Fardeen, harroota, gaalota, loonii fi bushaayee irratti dhaʼichi guddaan ni dhufa.+

  • Keessa Deebii 28:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 “Yihowaan dhullaa biyya Gibxiitiin, kormammuudhaan, cittoo fi madaadhaan si rukuta; atis isaan irraa fayyuu hin dandeessu.

  • Keessa Deebii 28:60
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 60 Dhukkuboota biyya Gibxii warra ati sodaachaa turte sana hundumaa deebisee sitti fida; isaanis dhugumaan sitti ni maxxanu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi