-
Baʼuu 10:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Museenis yeruma sana harka isaa gara samiitti diriirse; guutummaa biyya Gibxii keessattis guyyaa sadiif dukkanni cimaan ni taʼe.+
-
-
Amoos 8:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha:
‘Guyyaa sanatti aduun guyyaa saafaa akka lixxu nan godha,
Utuma ifni guyyaa jiruus biyyattii nan dukkaneessa.+
-