1 Mootota 17:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “Kaʼi, gara Saraaptaa ishii Siidoon keessatti argamtuu dhaqiitii achi taaʼi. Kunoo, achitti dubartiin abbaan manaa irraa duʼe tokko nyaata akka siif kennitu nan ajaja.”+
9 “Kaʼi, gara Saraaptaa ishii Siidoon keessatti argamtuu dhaqiitii achi taaʼi. Kunoo, achitti dubartiin abbaan manaa irraa duʼe tokko nyaata akka siif kennitu nan ajaja.”+