LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 1:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Qaama keessan irraa bakki rukutamuu dandeessan hin jiru; maarree finciluu keessan kan itti fuftan maaliifi?+

      Guutummaan mataa dhibameera,

      Guutummaan garaas dhukkubsateera.+

       6 Faana miilaatii kaasee hamma mataatti, bakki fayyaa taʼe tokko illee hin jiru.

      Madaaʼeera, dirmammaaʼeera, madaa afaan baneen guutameera,

      Taʼus hin walʼaanamne,* hin hidhamne, zayitiis hin dibamne.+

  • Ermiyaas 15:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Dhiphinni koo cimaa, madaan koos kan hin fayyine kan taʼe maaliifi?

      Inni fayyuu ni dide.

      Ati akkuma madda bishaanii goggogee fi

      Amansiisaa hin taanee natti taataa?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi