-
1 Mootota 14:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Kana malees, cubbuu Yeroboʼaam hojjetee fi Israaʼelonnis akka hojjetan godheen kan kaʼe inni Israaʼeliin ni dhiisa.”+
-
-
2 Mootota 16:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Akaaz yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 20 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa 16f ni bulche. Akka abbaan isaa Daawit godhetti, inni wanta Waaqa isaa Yihowaa duratti sirrii taʼe hin goone.+ 3 Kanaa mannaa, daandii mootota Israaʼel irra ni deeme;+ gochawwan jibbisiisoo saboonni warri Yihowaan Israaʼelota duraa ariʼe sun raawwachaa turan duukaa buʼuudhaan+ ilma isaa illee ibiddaan ni gube.*+
-