Isaayyaas 42:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Ilaa, tajaajilaa koo+ isan deggeru! Isan filadhe,+ isan* itti gammadu!+ Ani hafuura koo isa keessa kaaʼeera;+Innis sabootaaf haqa ni fida.+ Isaayyaas 52:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kunoo, tajaajilaan koo+ hubannaadhaan tarkaanfii fudhata. Inni ol kaafama,Ol qabama, ulfina guddaas ni argata.+
42 Ilaa, tajaajilaa koo+ isan deggeru! Isan filadhe,+ isan* itti gammadu!+ Ani hafuura koo isa keessa kaaʼeera;+Innis sabootaaf haqa ni fida.+
13 Kunoo, tajaajilaan koo+ hubannaadhaan tarkaanfii fudhata. Inni ol kaafama,Ol qabama, ulfina guddaas ni argata.+