2 Maarree, yommuun dhufetti namni tokko illee asitti kan hin argamne maaliifi?
Yommuun waametti, namni tokko illee kan hin owwaanne maaliifi?+
Isin furuuf harki koo gabaabaa dhaa?
Yookiin isin oolchuuf humna dhabeenii?+
Kunoo, ani galaana ifadhee nan gogsa;+
Lageenis gammoojjii nan godha.+
Qurxummiiwwan isaanii bishaan dhabanii ni tortoru,
Dheebotaniis ni duʼu.