LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 26:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Bineensota bosonaa isin gidduutti nan erga;+ isaanis ijoollee malee isin hambisu;+ beeladoota keessan isin jalaa fixu; lakkoofsa keessan ni xiqqeessu; daandiiwwan keessanis ona ni taʼu.+

  • Leewwota 26:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Saboota gidduutti isin nan bittinneessa;+ isin duubaan goraadeen akka luqqifamu nan godha;+ biyyi keessan ona taʼa;+ magaalonni keessanis ni balleeffamu.

  • 2 Seenaa Baraa 36:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Warra goraadee irraa oolan boojiʼee gara Baabilonitti geesse;+ isaanis hamma mootummaan Faarsi bulchuu jalqabetti+ isaa fi ilmaan isaatiif tajaajiltoota taʼan;+ 21 kunis kan taʼe, dubbiin Yihowaan karaa Ermiyaas dubbate akka raawwatamuuf,+ hamma biyyattiin idaa sanbataa ishii irra jiru kaffaltutti ture.+ Waggoonni 70ni sun hamma raawwatamanittis, biyyattiin yeroo ona taatee turte hundumaatti sanbata ni kabajje.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi