LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 26:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Oomisha duraanii isa waggaa darbe irraa hafe utuma nyaattanii, oomisha haaraadhaaf iddoo argachuuf isa duraanii iddoo gadhiisistu.

  • 2 Seenaa Baraa 31:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Azaariyaan inni mana Saadoq keessaa dura buʼaa lubootaa taʼes, “Isaan kennaawwan kana gara mana Yihowaatti fiduu+ erga jalqabanii kaasee sabichi hamma quufutti nyaachaa tureera; wanti baayʼeen irraa hafeera; Yihowaan sabicha waan eebbiseefis wanti baayʼee hedduu taʼe kun irraa hafuu dandaʼeera”+ isaan jedhe.

  • Fakkeenya 3:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Qabeenya kee isa gatii guddaa qabuun,+

      Oomisha* kee hundumaa keessaa firii isa jalqabaatiin*+ Yihowaadhaaf ulfina kenni;

      10 Gootaraan kee guutummaatti ni guuta,+

      Boolli kee inni wayinii itti cuunfanis daadhii wayinii haaraadhaan guutee dhangalaʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi