LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 6:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 “Kana malees, namootatti murteessuu dhiisaa, matumaa isinitti hin murteeffamu;+ namoota yakkuu dhiisaa, matumaa hin yakkamtan. Dhiifama godhaa,* dhiifamni isiniif ni godhama.*+

  • Roomaa 2:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kanaafuu, ati inni nama kaanitti murteessitu, eenyu illee yoo taate,+ sababa itti qabattu hin qabdu; sababiin isaas, ati wanta ittiin nama kan biraatti murteessitu sana ofuma keetii waan raawwattuuf, nama kan biraatti yeroo murteessitu ofittis ni murteessita.+

  • Roomaa 14:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Egaa, kana booda walitti murteessuu haa dhiisnu;+ kanaa mannaa, wanta nama gufachiisu yookiin wanta nama danqu obboleessa keenya dura kaaʼuu dhiisuuf haa murteessinu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi