Uumama 25:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Sana booda, obboleessi isaa harka isaatiin koomee Esaawu qabatee dhalate;+ kanaafuu, inni maqaa isaa Yaaqoob*+ jedhee moggaase. Ishiin yommuu isaan deessetti Yisihaaq umuriin isaa waggaa 60 ture. 1 Seenaa Baraa 1:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Abrahaam Yisihaaqiin+ dhalche. Ilmaan Yisihaaq, Esaawuu+ fi Israaʼel+ turan.
26 Sana booda, obboleessi isaa harka isaatiin koomee Esaawu qabatee dhalate;+ kanaafuu, inni maqaa isaa Yaaqoob*+ jedhee moggaase. Ishiin yommuu isaan deessetti Yisihaaq umuriin isaa waggaa 60 ture.