-
Uumama 19:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Ciisuu isaanii duras, namoonni magaalattii, jechuunis dhiironni Sodoom keessa jiran isa xinnaadhaa hamma isa maanguddootti hundi isaanii tuuta tokko taʼanii manichatti marsan. 5 Irra deddeebiʼanii Looxiin waamuudhaanis, “Namoonni harʼa galgala gara kee dhufan eessa jiru? Nuti isaanii wajjin saalqunnamtii akka raawwannuuf gad nuu baasi” isaan jedhan.+
-