Isaayyaas 53:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Inni ni cunqurfame,+ miidhaan akka irra gaʼus ni heyyame,+Taʼus, afaan isaa hin saaqqanne. Inni akkuma hoolaatti qalmaaf ni geeffame;+Akkuma hoolaa goromtii warra rifeensa ishii muran duratti calluma jettuus ni taʼe;Afaan isaas hin saaqqanne.+ Maatewos 26:63 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 63 Yesuus garuu calluma jedhe.+ Kanaafuu lubni ol aanaan, “Ati Kiristoos Ilma Waaqayyoo taʼuu fi dhiisuu kee akka nutti himtu,+ Waaqayyo isa jiraataadhaan sin kakachiisa!” isaan jedhe. Yohaannis 19:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 kanaafuu, ammas gara mana jireenyaa bulchaa sanaatti seenee Yesuusiin, “Ati eessaa dhufte?” jedhe. Yesuus garuu deebii tokko illee isaaf hin kennine.+
7 Inni ni cunqurfame,+ miidhaan akka irra gaʼus ni heyyame,+Taʼus, afaan isaa hin saaqqanne. Inni akkuma hoolaatti qalmaaf ni geeffame;+Akkuma hoolaa goromtii warra rifeensa ishii muran duratti calluma jettuus ni taʼe;Afaan isaas hin saaqqanne.+
63 Yesuus garuu calluma jedhe.+ Kanaafuu lubni ol aanaan, “Ati Kiristoos Ilma Waaqayyoo taʼuu fi dhiisuu kee akka nutti himtu,+ Waaqayyo isa jiraataadhaan sin kakachiisa!” isaan jedhe.
9 kanaafuu, ammas gara mana jireenyaa bulchaa sanaatti seenee Yesuusiin, “Ati eessaa dhufte?” jedhe. Yesuus garuu deebii tokko illee isaaf hin kennine.+