Faarfannaa 22:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Warri na argan hundi natti qoosu;+Afaan isaanii jalʼisanii qoosaadhaan mataa isaanii natti raasaa akkana jedhu:+ Faarfannaa 109:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Ani arrabsoo isaaniitiif saaxilameera.+ Yommuu na argan mataa isaanii raasu.+
7 Warri na argan hundi natti qoosu;+Afaan isaanii jalʼisanii qoosaadhaan mataa isaanii natti raasaa akkana jedhu:+