60 Haa taʼu malee, ragaa baatonni sobaa hedduun kan dhihaatan+ taʼus, ragaa quubsaa tokko illee hin arganne. Booda garuu ragaa baatonni lama dhihaatanii, 61 “Namichi kun, ‘Ani mana qulqullummaa Waaqayyoo diigee guyyaa sadiitti deebisee ijaaruu nan dandaʼa’+ jedheera” jedhan.