LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 15:35, 36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Warra naannoo sana dhaabbatan keessaa tokko tokko yommuu kana dhagaʼan, “Ilaa, Eeliyaasiin waammachaa jira” jedhan. 36 Yeroo kanatti namichi tokko fiigee ispoonjii tokko daadhii wayinii dhangaggaaʼaa keessa erga cuuphee booda ulee shomboqqootti diree akka inni dhugu isaaf kennee,+ “Dhiisaa! Mee Eeliyaas dhufee akka gad isa buusu ilaalla” jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi