18 Egaa akkaataa itti dhaggeeffattaniif xiyyeeffannaa kennaa; sababiin isaas, isa qabu kamiif iyyuu dabalataan ni kennama;+ isa hin qabne irraa garuu wanti inni akka qabu godhee yaadu iyyuu ni fudhatama.”+
25 Haa taʼu malee, namni seera mudaa hin qabne+ isa bilisummaa argamsiisu sana xiyyeeffannaadhaan ilaaluu fi hordofuu isaa itti fufu, isa dhagaʼee irraanfatu utuu hin taʼin, isa hojii irra oolchu dha; inni wanta raawwatetti ni gammada.+