Maarqos 6:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Daabboo shananii fi qurxummii lamaan sana fuudhee gara samii ilaalee eebbise.+ Daabboo sana erga caccabsee boodas namoota sanaaf akka dhiheessaniif barattoota isaatti kenne; qurxummii lamaan sanas namoota sana hundumaatiif hire.
41 Daabboo shananii fi qurxummii lamaan sana fuudhee gara samii ilaalee eebbise.+ Daabboo sana erga caccabsee boodas namoota sanaaf akka dhiheessaniif barattoota isaatti kenne; qurxummii lamaan sanas namoota sana hundumaatiif hire.