Maatewos 24:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yesuus utuu Gaara Ejersaa irra taaʼee jiruu barattoonni isaa kophaatti gara isaa dhufanii, “Nutti himi, wantoonni kun yoom raawwatamu? Mallattoon argama*+ keetii fi kan dhuma sirna* kanaa maali dha?”+ isaan jedhan. Luqaas 21:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Isaanis, “Barsiisaa, wantoonni kun yoom raawwatamu? Wantoonni kun yoom akka raawwataman mallattoon argisiisu hoo maali dha?”+ jedhanii isa gaafatan.
3 Yesuus utuu Gaara Ejersaa irra taaʼee jiruu barattoonni isaa kophaatti gara isaa dhufanii, “Nutti himi, wantoonni kun yoom raawwatamu? Mallattoon argama*+ keetii fi kan dhuma sirna* kanaa maali dha?”+ isaan jedhan.
7 Isaanis, “Barsiisaa, wantoonni kun yoom raawwatamu? Wantoonni kun yoom akka raawwataman mallattoon argisiisu hoo maali dha?”+ jedhanii isa gaafatan.