- 
	                        
            
            Maatewos 26:31-33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
31 Achiis Yesuus akkana isaaniin jedhe: “‘Ani tiksee sana nan rukuta, tuutni hoolotaas ni bittinnaaʼu’+ jedhamee waan barreeffameef, halkan kana hundi keessan sababii kootiin ni gufattu. 32 Haa taʼu malee, ergan duʼaa kaafamee booda, isin dursee gara Galiilaa nan dhaqa.”+ 33 Pheexiros garuu, “Warri kaan hundi sababii keetiin yoo gufatan illee, ani matumaa hin gufadhu!”+ isaan jedhe.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Maarqos 14:50Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
50 Yeroo kanatti hundi isaanii isa dhiisanii baqatan.+
 
 -