- 
	                        
            
            Hojii Ergamootaa 13:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
25 Taʼus, Yohaannis yommuu tajaajila isaa raawwachaa turetti, ‘Eenyun isinitti fakkaadhe? Ani isa miti. Garuu kunoo, inni ani kophee isaa illee hiikuuf gaʼumsa hin qabne tokko ana duubaan dhufaa jira’ jedha ture.+
 
 -