- 
	                        
            
            2 Mootota 1:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
10 Eeliyaas garuu, “Ani nama Waaqa dhugaa yoon taʼe, ibiddi samii irraa gad buʼee+ sii fi namoota kee 50n haa fixu” jedhee ajajaa 50 sanaaf deebise. Ibiddis samii irraa gad buʼee isaa fi namoota isaa 50n ni fixe.
 
 -