Yohaannis 2:24, 25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Yesuus garuu hunda isaanii waan beekuuf isaan hin amanu ture; 25 inni wanta nama keessa jiru waan beekuuf,+ eenyu iyyuu waaʼee namaa isaaf dhugaa baʼuun isa hin barbaachisu ture.
24 Yesuus garuu hunda isaanii waan beekuuf isaan hin amanu ture; 25 inni wanta nama keessa jiru waan beekuuf,+ eenyu iyyuu waaʼee namaa isaaf dhugaa baʼuun isa hin barbaachisu ture.