Roomaa 6:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Akkasumas qaama* keessan cubbuudhaaf meeshaa jalʼinaa gootanii hin dhiheessinaa; kanaa mannaa, akka warra duʼaa kaafamaniitti Waaqayyoof of dhiheessaa; qaama* keessanis meeshaa qajeelinaa godhaatii Waaqayyoof dhiheessaa.+ Efesoon 2:4, 5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Haa taʼu malee, Waaqayyo gara laafinni isaa guddaa dha;+ inni jaalala guddaadhaan waan nu jaallateef,+ 5 yeroo cubbuu keenyaan kan duune turretti illee Kiristoosii wajjin nu jiraachiseera;+ isinis gaarummaa isaa isa guddaadhaan fayyitan.
13 Akkasumas qaama* keessan cubbuudhaaf meeshaa jalʼinaa gootanii hin dhiheessinaa; kanaa mannaa, akka warra duʼaa kaafamaniitti Waaqayyoof of dhiheessaa; qaama* keessanis meeshaa qajeelinaa godhaatii Waaqayyoof dhiheessaa.+
4 Haa taʼu malee, Waaqayyo gara laafinni isaa guddaa dha;+ inni jaalala guddaadhaan waan nu jaallateef,+ 5 yeroo cubbuu keenyaan kan duune turretti illee Kiristoosii wajjin nu jiraachiseera;+ isinis gaarummaa isaa isa guddaadhaan fayyitan.