-
Maatewos 25:20, 21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Kanaafuu, inni taalaantii shan fudhate taalaantii dabalataa shan fidee gara isaa dhufee, ‘Yaa Gooftaa, taalaantii shan imaanaadhaan natti kennitee turte; kunoo, ani immoo taalaantii dabalataa shan irraa buufadheera’+ isaan jedhe. 21 Gooftaan isaas, ‘Garbicha gaarii fi amanamaa nana, baʼeessa goote! Ati wantoota muraasa irratti amanamaa taateetta. Ani immoo wantoota hedduu irratti sin muuda.+ Gara gammachuu gooftaa keetti seeni’+ isaan jedhe.
-