-
Baʼuu 33:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Yihowaanis Museedhaan, “Ati na duratti fudhatama waan argattee fi maqaadhaan waanan si beekuuf, wanta gaafatte kanas nan raawwadha” jedhe.
-
-
Baʼuu 33:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Itti dabaluudhaanis, “Namni kam iyyuu na argee lubbuudhaan jiraachuu waan hin dandeenyeef, ati fuula koo arguu hin dandeessu” jedhe.
-