-
Yohaannis 13:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Yaa ijoolle, ani yeroo gabaabaadhaaf isinii wajjin jira. Isin na barbaaddu; akkuman Yihudootaan, ‘Isin bakka ani dhaqu dhufuu hin dandeessan’+ jedhe, amma immoo isiniinis nan jedha.
-