Yohaannis 10:14, 15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Ani tiksee gaarii dha. Ani hoolota koo beeka, hoolonni koos na beeku;+ 15 kunis akkuma Abbaan ana beekuu fi anis Abbaa beeku jechuu dha;+ ani hoolota kootiif jedhee lubbuu koo dabarsee nan kenna.+
14 Ani tiksee gaarii dha. Ani hoolota koo beeka, hoolonni koos na beeku;+ 15 kunis akkuma Abbaan ana beekuu fi anis Abbaa beeku jechuu dha;+ ani hoolota kootiif jedhee lubbuu koo dabarsee nan kenna.+