-
Yohaannis 11:49-51Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
49 Haa taʼu malee, Qayyaafaan+ inni isaan keessaa tokko taʼee fi waggaa sanatti luba ol aanaa ture, akkana isaaniin jedhe: “Isin homaa hin beektan; 50 guutummaan sabichaa baduu isaa mannaa, namni tokko uummatichaaf yoo duʼe isiniif gaarii akka taʼu hin hubannee?” 51 Inni kana kan dubbate ofii isaatiin kakaʼee hin turre; kanaa mannaa, waggaa sanatti luba ol aanaa waan tureef Yesuus sabichaaf akka duʼu raajii dubbachuu isaa ture;
-