LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 118:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  22 Dhagaan ijaartonni tuffatan,

      Dhagaa golee isa hunda caalu* taʼe.+

  • Isaayyaas 28:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha:

      “Kunoo, ani Xiyoon keessa dhagaa qorame+ tokko buʼuura godhee nan kaaʼa;

      Inni dhagaa golee gatii guddaa qabuu+ fi buʼuura+ amansiisaa taʼe dha.

      Namni isatti amanu kam iyyuu hin rifatu.+

  • Maatewos 21:42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Yesuusis akkana isaaniin jedhe: “Kitaabota Qulqulluu keessatti, ‘Dhagaan ijaartonni tuffatan, dhagaa golee isa hunda caalu*+ taʼe. Kun Yihowaa* biraa dhufe, ija keenyaafis dinqii dha’+ isa jedhu matumaa hin dubbisnee?

  • 1 Pheexiros 2:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kanaafuu, isin waan amantaniif, inni isiniif gatii guddaa qaba; warra hin amanneef garuu, “dhagaan ijaartonni tuffatan,+ dhagaa golee isa hunda caalu* taʼe”;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi