Yohaannis 11:47 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 47 Kanaafuu, dura buutonni lubootaa fi Fariisonni miseensota yaaʼii Saanhedriin walitti qabanii akkana jedhan: “Namichi kun dinqii hedduu hojjechaa waan jiruuf maal gochuu nuu wayya?+
47 Kanaafuu, dura buutonni lubootaa fi Fariisonni miseensota yaaʼii Saanhedriin walitti qabanii akkana jedhan: “Namichi kun dinqii hedduu hojjechaa waan jiruuf maal gochuu nuu wayya?+