-
Hojii Ergamootaa 3:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Namoonni hundis yommuu inni deemuu fi Waaqayyoon galateeffatu argan. 10 Namni kun namicha karra mana qulqullummaa isa Karra Miidhagaa jedhamu dura taaʼee kadhachaa ture sana taʼuu isaa ni beekan;+ wanta isa irratti raawwatamettis baayʼee ajaaʼibsiifatan; amanuus hin dandeenye.
-