38 waaʼeen Yesuus isa nama Naazireet, Waaqayyo hafuura qulqulluu fi humnaan akkamitti akka isa dibe,+ akkasumas Waaqayyo isaa wajjin waan tureef+ wanta gaarii hojjechaa fi namoota Diyaabilosiin cunqurfaman hundumaa fayyisaa+ biyyattii keessa akka naannaʼe ni odeeffama ture.