-
Hojii Ergamootaa 1:21, 22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Kanaafuu, dhiirota yeroo Gooftaa Yesuus nu gidduutti hojii isaa raawwachaa* ture hundumaatti nuu wajjin turan keessaa tokko bakka isaa buusuun barbaachisaa dha; 22 namni filatamu kun immoo, yeroo Yesuus Yohaannisiin cuuphamee jalqabee+ hanga inni nu biraa ol fudhatametti+ nuu wajjin kan turee fi akkuma keenya Yesuus isa duʼaa kaʼe kan arge taʼuu qaba.”+
-