Hojii Ergamootaa 5:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Namni Anaaniyaas jedhamu tokko haadha manaa isaa Saphiiraa wajjin taʼuudhaan lafa gurgurate. 2 Haa taʼu malee, maallaqa itti gurgure keessaa hamma tokko dhoksee hambisee isa hafe fidee ergamootatti kenne; haati manaa isaas kana beekti turte.+
5 Namni Anaaniyaas jedhamu tokko haadha manaa isaa Saphiiraa wajjin taʼuudhaan lafa gurgurate. 2 Haa taʼu malee, maallaqa itti gurgure keessaa hamma tokko dhoksee hambisee isa hafe fidee ergamootatti kenne; haati manaa isaas kana beekti turte.+