Luqaas 12:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Qabeenya keessan gurguraatii kennaa gara laafinaa* kennaa.+ Boorsaa maallaqaa hin moofofne qabaadhaa, jechuunis bakka hattuun bira hin geenyee fi bakka biliin hin nyaanne, samii irratti qabeenya hin dhumne kuufadhaa.+
33 Qabeenya keessan gurguraatii kennaa gara laafinaa* kennaa.+ Boorsaa maallaqaa hin moofofne qabaadhaa, jechuunis bakka hattuun bira hin geenyee fi bakka biliin hin nyaanne, samii irratti qabeenya hin dhumne kuufadhaa.+