-
Hojii Ergamootaa 5:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Kanaafuu Pheexiros, “Isin lamaan hafuura Yihowaa* qoruuf maaliif walii galtan? Kunoo, namoonni abbaa manaa kee awwaalan balbala dura jiru; isaan siinis baatanii gad baasu” ishiidhaan jedhe.
-