-
Hojii Ergamootaa 6:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Yeroo kanatti Isxifaanos gaarummaa Waaqayyoo fi humna isaatiin guutamee namoota sana gidduutti dinqiiwwanii fi mallattoowwan guguddaa hojjeta ture.
-
-
Hojii Ergamootaa 15:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Yeroo kanatti namoonni sun hundi callisanii, Barnaabaasii fi Phaawulos mallattoo fi dinqii hedduu Waaqayyo karaa isaanii saboota kaan gidduutti raawwate yommuu dubbatan dhaggeeffachuu jalqaban.
-
-
Roomaa 15:18, 19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Saboonni wantan dubbadhee fi wantan hojjedheen akka ajajamaniif, wanta Kiristoos karaa koo hojjeteen alatti wanta kan biraa tokko illee dubbachuuf hin onnadhu; 19 ani humna mallattoo fi dinqiitiin,+ akkasumas humna hafuura Waaqayyootiin, Yerusaalemii kaasee hanga Iliriiqumitti misiraachoo waaʼee Kiristoos ibsu guutummaatti lallabeera.+
-