-
Luqaas 24:46-48Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
46 akkana isaaniin jedhe: “Akkana jedhamee barreeffameera: Kiristoos ni dhiphata, guyyaa sadaffaattis warra duʼan gidduudhaa ni kaʼa;+ 47 maqaa isaatiinis yaada geddarachuun inni dhiifama cubbuu argamsiisu+ Yerusaalemii jalqabee saboota+ hundumaa gidduutti ni lallabama.+ 48 Isinis wantoota kanaaf dhugaa baatota ni taatu.+
-