Hojii Ergamootaa 26:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Hundi keenya lafa irratti kukkufnee utuu jirruu sagaleen tokko Afaan Ibrootaatiin, ‘Saaʼol, Saaʼol, maaliif na ariʼatta? Arficha* mormuu kee yoo itti fufte sumatu miidhama’ yommuu naan jedhu nan dhagaʼe.
14 Hundi keenya lafa irratti kukkufnee utuu jirruu sagaleen tokko Afaan Ibrootaatiin, ‘Saaʼol, Saaʼol, maaliif na ariʼatta? Arficha* mormuu kee yoo itti fufte sumatu miidhama’ yommuu naan jedhu nan dhagaʼe.