-
Hojii Ergamootaa 18:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Yommuu Phaawulos dubbachuuf jedhu garuu, Gaaliyoon Yihudootaan akkana jedhe: “Yaa Yihudootaa, utuu balleessaa yookiin yakka cimaatu raawwatame taʼee, obsaan isin dhaggeeffachuun koo sirrii ture. 15 Haa taʼu malee, falmiin keessan waaʼee jechootaa, waaʼee maqaawwanii fi waaʼee seera keessanii erga taʼee+ isinumti fixadhaa. Ani wantoota kana irratti abbaa murtii taʼuu hin barbaadu.”
-
-
Hojii Ergamootaa 23:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 “Qalaawudewos Liisiyaas irraa, kabajamaa Feeliksi Bulchaa Biyyaatiif: Nagaan siif haa taʼu!
-
-
Hojii Ergamootaa 23:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Sababiin inni itti himatame waaʼee dhimma Seera isaanii taʼuu isaa hubadheera;+ taʼus, himata duʼaaf yookiin hidhaadhaaf isa geessisu tokko illee hin arganne.
-