Keessa Deebii 32:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Isaan wanta waaqa hin taaneen aariidhaaf* na kakaasaniiru;+Waaqolii tolfamoo isaanii warra gatii hin qabneenis na dheekkamsiisaniiru.+ Kanaafuu, ani wanta saba hin taaneen hinaaffaadhaaf isaan nan kakaasa;+Saba gowwaa taʼeenis isaan nan aarsa.+ Roomaa 10:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Haa taʼu malee, ‘Israaʼelonni utuu hin beekin hafaniitii laata?’ jedheen gaafadha.+ Jalqaba Museen, “Ani warra saba hin taaneen hinaaffaadhaaf isaan nan kakaasa; saba gowwaa taʼeenis baayʼee akka aartan nan godha” jedheera.+
21 Isaan wanta waaqa hin taaneen aariidhaaf* na kakaasaniiru;+Waaqolii tolfamoo isaanii warra gatii hin qabneenis na dheekkamsiisaniiru.+ Kanaafuu, ani wanta saba hin taaneen hinaaffaadhaaf isaan nan kakaasa;+Saba gowwaa taʼeenis isaan nan aarsa.+
19 Haa taʼu malee, ‘Israaʼelonni utuu hin beekin hafaniitii laata?’ jedheen gaafadha.+ Jalqaba Museen, “Ani warra saba hin taaneen hinaaffaadhaaf isaan nan kakaasa; saba gowwaa taʼeenis baayʼee akka aartan nan godha” jedheera.+