Roomaa 11:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Kanaafuu, gaarummaa+ fi gara jabina Waaqayyoo yaadi. Waaqayyo warra kufan irratti ni jabaata;+ ati garuu gaarummaa isaa keessa yoo jiraatte, gaarummaa isaa sitti argisiisa; taʼuu baannaan atis muramtee gatamta. Efesoon 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Akka baayʼina gaarummaa isaa isa guddaatti, karaa dhiiga Ilma isaa+ furicha kaffaluu isaatiin bilisa baaneerra, eeyyee, cubbuun keenya nuuf dhiifameera.+
22 Kanaafuu, gaarummaa+ fi gara jabina Waaqayyoo yaadi. Waaqayyo warra kufan irratti ni jabaata;+ ati garuu gaarummaa isaa keessa yoo jiraatte, gaarummaa isaa sitti argisiisa; taʼuu baannaan atis muramtee gatamta.
7 Akka baayʼina gaarummaa isaa isa guddaatti, karaa dhiiga Ilma isaa+ furicha kaffaluu isaatiin bilisa baaneerra, eeyyee, cubbuun keenya nuuf dhiifameera.+