-
1 Qorontos 9:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Maarree badhaasni koo maali dha? Badhaasni koo yommuun misiraachicha labsu aangoo* koo karaa sirrii hin taaneen akkan itti hin fayyadamneef, misiraachicha tola labsuu koo ti.
-