-
Efesoon 6:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Malawwan haxxummaa Diyaabilos mormitanii dhaabbachuu akka dandeessaniif, meeshaa waraanaa guutuu isa Waaqayyo biraa argamu uffadhaa;+ 12 sababiin isaas, waldhaansoon+ keenya dhiigaa fi foonii wajjin miti; kanaa mannaa mootummoota, abbootii taayitaa, bulchitoota addunyaa isa dukkanaaʼaa kanaa, jechuunis humnoota hafuurota hamoo+ iddoowwan samii keessa jiranii wajjini dha.
-