-
2 Tasalonqee 1:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Kanaafuu, nuti Waaqni keenya waamicha isaatiif kan maltan godhee akka isin lakkaaʼu,+ akkasumas humna isaatiin wanta gaarii isa gammachiisu hundumaa fi hojii amantii hunda guutummaatti akka hojjettan yeroo hunda isiniif kadhanna. 12 Kunis gaarummaa guddaa Waaqa keenyaa fi kan Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosii wajjin haala wal simuun, maqaan gooftaa keenya Yesuus isiniin ulfina akka argatuu fi isinis tokkummaa isaa wajjin qabdaniin ulfina akka argattaniifi.
-